Bilxiginnaan Barsiisota Walitti Waamtee Oromoo hamachaa oolteetti | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Bilxiginnaan Barsiisota Walitti Waamtee Oromoo hamachaa oolteetti

Bilxiginnaan Barsiisota Walitti Waamtee Oromoo hamachaa oolteetti

#Oduu_Adaamaa

Bilxiginnaan har’a Hayyoota mariif dhimma biyyaa jettee yaamuun haamii Jawaar Mohammedfi ABO,KFOfi PBO irra oolte.

Ammaan kana qarshii 2000 mataa mataati hiraa jirtti.

Xiqqoo nueegaa, booda balinaan qabannee dhiyaanna.

#Dereje_Begi

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *