Waraanni mootummaa Qabeenyaa Ummataa gubuu fi Oromoota ajjeessaa jira | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Waraanni mootummaa Qabeenyaa Ummataa gubuu fi Oromoota ajjeessaa jira

Waraanni mootummaa Qabeenyaa Ummataa gubuu fi Oromoota ajjeessaa jira.

(SQ-Amajji 23/2020)

Dura mana isaa guban, achii booda nii ajjeesan, itti aansanii reeffa isaa lafarra gototan jedhan
….
Godina Gujii Baha, Aanaa Gooroo Ganda Balaambaliitti Hardhalle Nami nageya Sayidoo Baddaa Jedhamu RIB tiin Ijjeefameera!

Jaarsa kana adoo hin ijjeesin dura Mana isa guban achiin duuba isalle ijjeessan Reeffa lafarra butan Baddaa keessatti darban bira deeman!

Torbaan darbe keessa Aanuma kana keessatti Jaarsi Wogga 75 oli Tasfaayee Gosa Jedhamu ijjeefamuun isa ni yaadatama!

OPDOn Godina Gujii Torbaan dabarte keessa wol-geyii yeroo dheeraaf te’an turan, wol-geyii kanarratti akuma Wallaggaa san Network fi Connection balleessan aka Uummata nageya weeraranu irraa wol-galan!

Bulchaan Aanaa Gooroo Doola Obb Taajura Odaa gaafa Tasfaayeen Jiddoolatti ijjeefamu dogongoran ijjefame, Nami ijjeese too’annoo seera jala oole jira jedhe Uummata sobe bira deeme!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *