January 29, 2020 | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Day: January 29, 2020

Democracy, the End Game in Ethiopia: From EleKtions to Free and Fair Elections in 2020 (Part II)-ECAD FORUM

Author’s Note: The regular quinquennial (every 5 years) Ethiopian parliamentary elections generally held in May have been postponed to August 2020. The National Electoral Board of Ethiopia (NEBE) explained it needed the extra time to complete the necessary groundwork to properly set up the election. That is prudent action by the NEBE given the complexity and …

Democracy, the End Game in Ethiopia: From EleKtions to Free and Fair Elections in 2020 (Part II)-ECAD FORUM Read More »

Qellem Wallaggaatti manni uummataa waraana mootummaan gubataa jira

Qellem Wallaggaatti manni uummataa waraana mootummaan gubataa jira. Gabaasan guyyaa har’a Amajjii 29,2020 argadheen Qellem Wallaggaatti Manni uummataa qabeenya waliin guyyaa kaleessaa waraana mootummaan gubachuu naa eere. Haaluma kanaan godina Qellem wallaggaa aanaa Haawwaa Galaan ganda Tuulama Canqoo jedhamu keessatti kaleessa Amajjii 28, 2020 mana namoota armaan gadii qabeenya keessa jiru waliin barbadeessan. Isaanis:- 1.Nuuriyaa …

Qellem Wallaggaatti manni uummataa waraana mootummaan gubataa jira Read More »

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari’aman nama 16 ga’aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi’uu hin dandeenyetti ari’aman. Maqaan barattoota 16 kunooti

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari’aman nama 16 ga’aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi’uu hin dandeenyetti ari’aman. Maqaan barattoota 16 kunooti: Guutummaattii barnoota irra kan ari’ame 1. Amaanuel Bantii – Mechanical waggaa 5ffaa – dismissed 2. Dirribaa Araarsaa – Mechanical waggaa 4ffaa – dismissed 3. Huseen Abdulqaadir – material – wagga 5ffaa – dismissed …

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari’aman nama 16 ga’aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi’uu hin dandeenyetti ari’aman. Maqaan barattoota 16 kunooti Read More »