Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari'aman nama 16 ga'aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi'uu hin dandeenyetti ari'aman. Maqaan barattoota 16 kunooti | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari’aman nama 16 ga’aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi’uu hin dandeenyetti ari’aman. Maqaan barattoota 16 kunooti

Barattoonni Oromoo Yuunversiitii Jimmaarraa ari’aman nama 16 ga’aniiru. Isaan keessaa barataan 8 akka barnootatti deebi’uu hin dandeenyetti ari’aman. Maqaan barattoota 16 kunooti:

Guutummaattii barnoota irra kan ari’ame

1. Amaanuel Bantii – Mechanical waggaa 5ffaa – dismissed
2. Dirribaa Araarsaa – Mechanical waggaa 4ffaa – dismissed
3. Huseen Abdulqaadir – material – wagga 5ffaa – dismissed
4. Sooressaa Fufaa – waggaa 3ffaa -dismissed
5. Qalbeessa Moosee – waggaa 3ffaa – dismissed
6. Yoomiyyuu Dhaabaa – waggaa 3ffaa -dismissed

7. Hirphaa Taaddalee Muummee Baayooloojii waggaa 3ffaa irraa Dismiss

8. Ittaanaa Kabbadaa Muummee Water Supply irraa, Dismiss

Waggaadhaan kan ari’aman

9. Baacaa Fiqaaduu muummee Afaan Oromoo waggaa 3ffaa irraa barnoota irraa waggaa 2f ari’ame
10. Barataa Hundee – waggaa 2f
11. Barataa Abiraam – wagga 2f

12. Abdiisaa Qajeelaa waggaa 2’f muummee Afaan Oromoo irraa
13. Ibsaa Raggaasaa Muummee afaan Oromoo waggaa 2ffaa irraa Waggaa 2’f
14. Tolasaa Ittaanaa muummee afaan Oromoo irraa waggaa 2’f kan ari’ame
15. Gammachuu Dhaabaa muummee Afaan Oromoo irraa waggaa 2’f kan ari’ame
16. Ibsaa Dassaalee muummee Keemistirii waggaa 3ffaa irraa barnoota irraa waggaa 3’f ari’ame!

Qalbeessaa Dhangi’aa

Image may contain: one or more people, people standing, mountain, sky and outdoor

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *