Jawaar Mahaammad Lammmii Itiyoophiyaa Ta’uu Isaaf Ragaa Akka Dhiyeessu Boordiin Filannoo Gaafate-VOA | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Jawaar Mahaammad Lammmii Itiyoophiyaa Ta’uu Isaaf Ragaa Akka Dhiyeessu Boordiin Filannoo Gaafate-VOA

Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa lammummaa Itiyoopiyummaa obbo Jawaar Mahaamad guyyaa murtaa’e keessatti akka mirkanaa’u yeroo lammataaf Kongresii Federaalawaa Oromoof Xalayaa ege.

OFKn gama isaan seera irratti hundaa’uun furmaata akka argatu goona jedhee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *