January 2020 | Page 9 of 9 | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Month: January 2020

Karoora dhokataadhaan, qubsuma seeran alaa fi ijaarsa seeran alaatiin Finfinnee fi naannoo Amaaraa waltuqsiisuuf hojjetamaa jira Dr Milkeessaa Miidhagaa

Karoora dhokataadhaan, qubsuma seeran alaa fi ijaarsa seeran alaatiin Finfinnee fi naannoo Amaaraa waltuqsiisuuf hojjetamaa jira. Wanti naannawaa Finfinneetti ta’aa jiru kuni siyaasa lakkoofsa jiraattotaa sabaan akka caalamu gochuuti. Adeemsa keessa ammoo ‘lafti kun kan eenyuuti?’ kan jedhurratti gaaffiin ka’ee abbummaa Oromoo dhabamsiisuu, aadaa, afaan duguuganii balleessuuf kan kaayyefate. Lafti Oromoo hammi kuni yeroo saamamu …

Karoora dhokataadhaan, qubsuma seeran alaa fi ijaarsa seeran alaatiin Finfinnee fi naannoo Amaaraa waltuqsiisuuf hojjetamaa jira Dr Milkeessaa Miidhagaa Read More »

የከምባታ ጠምባሮ ዞን ምክር ቤት ለኢፌዴሪ ፌዴሬሽን ያቀረበው አቤቱታ

ሰበር ዜና ታሕሳስ 8 ቀን 2011 ዓ/ም የከምባታ ጠምባሮ ዞን ምክር ቤትባካሔደው አስቸኳይ ጉባኤ በሙሉ ድምጽ ያፀደቀው የከምባታ ብሔር በክልል የመደራጀት ሕገ መንግስታዊ ጥያቄ መፈጸም ባለበት የጊዜ ገደብ ውስጥ ባለመከናወኑ የከምባታ ጠምባሮ ዞን ምክር ቤት ለኢፌዴሪ ፌዴሬሽን ምክር ቤት የፃፈው አቤቱታ ለፌዴሬሽን ምክር ቤት ዋና አፈ ጉባኤ የተከበሩ ወ/ሮ ኬሪያ ኢብራሂም ቢሮ ደርሷል።

Kaabineen Abiyyi walgahii dheengaddaa irratti waan shiraa 7 murteessan Urgent News

Very urgent!!Kaabineen Abiyyi walgahii dheengaddaa irratti waan shiraa 7 murteessan Internet cufuu Lammaa dhoysaan hidhuu Humna addaa oromiyaa kan torbee darbe eebbifame fi komandi postii walitti qindessuun godinaalee oromiyaa hunda yaroo adda addaatti harka kennisisuu. Oromoo qoqqooduun (godina godinaan tarkanfii dhumaa itti fudhachuu) => tokkummaa oromoo ‘test’ gochuu. Dachii finfinnee maqaa “mandara” ykn ‘real state …

Kaabineen Abiyyi walgahii dheengaddaa irratti waan shiraa 7 murteessan Urgent News Read More »

Al-Shabaab attacks US and Kenya military bases

Al-Shabaab attacks US and Kenya military bases Al-Shabaab, which is said to have close ties to al-Qaeda, which took its seat in Somalia, attacked a US-Kenya military camp in Lamu, a town in southeastern Kenya. Al-Shabaab claimed responsibility for the attack and announced that the move was not in conflict with US-Iran relations.  According to …

Al-Shabaab attacks US and Kenya military bases Read More »

ህዝባዊ ወያኔ ሓርነት ትግራይ/ህወሃት/ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር እንደማይዋሃድ አስታወቀ

ህዝባዊ ወያኔ ሓርነት ትግራይ/ህወሃት/ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር እንደማይዋሃድ አስታወቀ ድርጅቱ ለሁለት ቀናት ያካሔደውን ጉባኤ ዛሬ ሲያጠናቅቅ ባወጣው የአቋም መግለጫ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር የዓላማና የመስመር ልዩነት ስላለው እንደማይዋሃድ አስታውቋል። ከፌዴራል መንግስት ጋር የሚኖረው ግንኙነትም ህግና ህገ-መንግስትን መሰረት ያደረገ እንደሚሆን ያመለከተው መግለጫው ከዚህ ውጭ የሚኖር እንቅስቃሴ ተቀባይነት እንደማይኖረው አመልክቷል። ኢህአደግን የመሰረቱ የአራቱ ድርጅቶችን የጋራ ሀብት ህግና ስርአት …

ህዝባዊ ወያኔ ሓርነት ትግራይ/ህወሃት/ ከብልጽግና ፓርቲ ጋር እንደማይዋሃድ አስታወቀ Read More »

Paartileen Oromoo jajjaboo sadiI, Addi Bilisummaa Oromoo, Kongirasiin Federaaliistii Oromoofi Paartiin Biyyaalessaa Oromoo gamtaa uummatan

Paartileen Oromoo jajjaboo sadiI, Addi Bilisummaa Oromoo, Kongirasiin Federaaliistii Oromoofi Paartiin Biyyaalessaa Oromoo gamtaa uummatan Sanada waliigaltee paartileen sadan walii mallatteessan eeruudhaan barruun ‘Addis Standard’ akka gabaasetti waliigaltee kana hogganoota paartilee sadaniitu Jimaata Amajjii 03 bara 2020 mallatteesse. Paartileen sadan ifatti bahanii gamtaa uummachuus ta’e, maalirratti akka gamtaa uummatan miidiyaaf ibsa hin kennine. Haata’u malee, …

Paartileen Oromoo jajjaboo sadiI, Addi Bilisummaa Oromoo, Kongirasiin Federaaliistii Oromoofi Paartiin Biyyaalessaa Oromoo gamtaa uummatan Read More »