Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera

Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera. Wanni nama raaju ajjeechaan Wallaggatti hammaatee geggeeffamaa jiru kun bakka lolli homaatuu hin jirretti namootuma hidhannoo hin qabne irratti geggeeffamaa jira. Humnoonni hidhatan wal rukutaa hin jiran. Nama nagayaatu ajjeefamaa jira. Soldiers of Ethiopia PM Abiyi Ahmed a#Nobel_Peace_Prize_WinnerHave killing Cousis of Opposition …

Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera Read More »