Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera | OROMIYAA TIMES
Skip to toolbar

Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera

Najjootti waraanni  mootummaa dubrii Obbo Baqqalaa Garbaa lama manuma isaanitti haadha fuulduratti ajjeeseera.

Wanni nama raaju ajjeechaan Wallaggatti hammaatee geggeeffamaa jiru kun bakka lolli homaatuu hin jirretti namootuma hidhannoo hin qabne irratti geggeeffamaa jira. Humnoonni hidhatan wal rukutaa hin jiran. Nama nagayaatu ajjeefamaa jira.

Soldiers of Ethiopia PM Abiyi Ahmed a#Nobel_Peace_Prize_Winner
Have killing Cousis of Opposition Leader Bekala Gerba Ethiopia Army Has Over the last thirty days been Carrying Out civilian killing in four Administrative Zone of Western Oromia(Wellagga).
Abiyi Ahmed Government has Cut of Internet and Telephone Service in the region Beginning Early January 2020.
Over two hundred killing have been Reported since..

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *