Skip to toolbar

Barataan Oromoo Badhaasaa Dhiinsaa jedhamu naannoo Amaaraatti ajjeefame

Barataan Oromoo naannoo Amaaraatti ajjeefame!

Barataa Badhaasaa Dhiinsaa Yunversitii Dabramaarqoositti barataa muummee Kemistirii waggaa 3ffaa ajjeesamuun isaa dhaga’ame.

Barataa Badhaasaa Dhiinsaa Gurraandhala 09,2020 bulchiinsa naannoo Amaaraa Buree irraa ka’ee gara bakka dhaloota isaa Godina Wallagga Bahaa Ona Kiiramuu ganda Waastiitti galuuf buufata konkolaataa seenaa osoo jiruu qaamota hin beekamneen waraanamee du’uu maddeen oduu gabaasaniiru. Barataa Badhaasaan yaaliif gara Hospitaalaa geessamus fayyuu dadhabee du’uu isaatu ibsame.

Mootummaan naannoo sanii hanga ammaatti nama barataa Badhaasaa Dhiinsaa waraanee ajjeese qabuus, haala isaa ifa kan hin goone ta’uunis gabaasameera.

Advertisements
Image may contain: 1 person

How useful was this post?

Click on a star to rate it!

Average rating 0 / 5. Vote count: 0

No votes so far! Be the first to rate this post.

Advertisements
Advertisements

Leave a Reply

%d bloggers like this: