Skip to toolbar

Warri Bilxiginnaa deeggarsa qabdan haala kanaan bifa nagayaan agarsiifachuun sirriidha, Kan wal nu dhabsiisu mirga ofiif fayyadamtan kana dhaabbilee biraaf dhoowwuuf yaaluudha -Jawaar Mohammad

Warri Bilxiginnaa deeggarsa qabdan haala kanaan bifa nagayaan agarsiifachuun sirriidha, Kan wal nu dhabsiisu mirga ofiif fayyadamtan kana dhaabbilee biraaf dhoowwuuf yaaluudha -Jawaar  Mohammad

 

JIMMA

 

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor
Kun amma siyaasaa filannoo qaroomeefi seera eegeedha. Warri Bilxiginnaa deeggarsa qabdan haala kanaan bifa nagayaan agarsiifachuun sirriidha. Kan wal nu dhabsiisu mirga ofiif fayyadamtan kana dhaabbilee biraaf dhoowwuuf yaaluudha. Deeggartoora keenya hidhuufi doorsisuu, mirga galmaafi istaadiyeemii fayydamuu ugguuruudha. Har’a qophii KFO uggurtanii keessan qopheessitan. Sun sirriis seeras miti.

Image may contain: 2 people, people standing, crowd and outdoor

Har’a isin hamma deeggarsa qabdanii agarsiiftaniittu. Nus ammoo dabaree keenyaan deegarsa qabnu isin agarsiifna ( shakkii yoo qabaattan jechuufi 🙂) Gaafa filannoo ammoo ummanni korojoo isaatiin nuuf isin jidduu kan barbaadu sagalee isaan mirkaneessa. Mitiiree?

Advertisements
Image may contain: 2 people, people standing and outdoorImage may contain: one or more people, crowd and outdoor

How useful was this post?

Click on a star to rate it!

Average rating 5 / 5. Vote count: 1

No votes so far! Be the first to rate this post.

Advertisements
Advertisements

Leave a Reply

%d bloggers like this: