Chala Dandessa, Author at OROMIYAA TIMES | Page 5 of 12
Skip to toolbar

Chala Dandessa

City looking for partnership with private banks – Takele Uma

The Addis Ababa City Administration commences working with private banks as optional financial service providers in its public service operation. The city administration stated that it is interested to include the private financial firms as partners besides the public bank, which is the only option for the government related works with financial issues. Currently the …

City looking for partnership with private banks – Takele Uma Read More »

Dr Gemechu Megersa

የዶ/ር ገመቹ መገርሳ ልብ የሚነካ ምሳሌ

የዶ/ር ገመቹ መገርሳ ልብ የሚነካ ምሳሌ “አንድ ሰው ልብሱን አውልቆ ዳር አስቀምጦ ዋና ሊዋኝ ወደ ወንዝ ገባ። እየዋኘ መሃል ደርሶ ወደ ልብሱ ሲመለከት አንድ ሌላ ሰው እርሱ ዳር አስቀምጦት የመጣውን ልብሱን ልብስ ሲሄድ አየ። አይኑን ማመን አቃተው። እየዋኘ ወደ ዳር ወጣና ራቁቱን ሆኖ ሌባውን በሩጫ ተከተለው። ልክ ወደ ሌባው ሲቃረብ ሌሎች ሰዎች ደረሱና ለሌባው አገዙ። …

የዶ/ር ገመቹ መገርሳ ልብ የሚነካ ምሳሌ Read More »

Grand Ethiopian Renaissance Dam- FI has obtained the draft agreement on the filling and operation of the Grand Ethiopian Renaissance Dam to be signed by Ethiopia, Egypt and the Sudan in Washington this week

Breaking FI has obtained the draft agreement on the filling and operation of the Grand Ethiopian Renaissance Dam to be signed by Ethiopia, Egypt and the Sudan in Washington this week. The agreement was prepared by David Sullivan, Assistant General Counsel (International Affairs) at the US Treasury on behalf of the negotiating parties, FI can …

Grand Ethiopian Renaissance Dam- FI has obtained the draft agreement on the filling and operation of the Grand Ethiopian Renaissance Dam to be signed by Ethiopia, Egypt and the Sudan in Washington this week Read More »

Qeerroo Gindhiir

Qeerroon Gindhiir hojii uggura kaadree Bilxiginnaa Obbo Yaya Beshir iin labsame fudhatanii seenaa hojjatan. Guyyaa harraa hundeeffama Baale Bahaa jedhuun Abiyyii fi Shimallis imala gara Gindhiir godhamuuf ture Dhiibbaa ummataa sodaatanii hafanii jiru.

#Breaking. #Qeerroon Gindhiir hojii uggura kaadree Bilxiginnaa Obbo Yaya Beshir iin labsame fudhatanii seenaa hojjatan. Guyyaa harraa hundeeffama Baale Bahaa jedhuun Abiyyii fi Shimallis imala gara Gindhiir godhamuuf ture Dhiibbaa ummataa sodaatanii hafanii jiru. Haa ta’uu malee kaadronni biraa sagantaa kana irratti hirmaachuuf gamas kan imalan yammuu ta’u sagantichi eegalamee otuu daqiiqaa 10n hinturin mormiin adda …

Qeerroon Gindhiir hojii uggura kaadree Bilxiginnaa Obbo Yaya Beshir iin labsame fudhatanii seenaa hojjatan. Guyyaa harraa hundeeffama Baale Bahaa jedhuun Abiyyii fi Shimallis imala gara Gindhiir godhamuuf ture Dhiibbaa ummataa sodaatanii hafanii jiru. Read More »

Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi – Ambaasaddar Alamaayyoo Taganuu

Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi – Ambaasaddar Alamaayyoo Taganuu Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo lameenii cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu akka barabaaddu Raashiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyoo Taganuu ibsan. Ambaasaddar Alamaayyoo Taganuu Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun raayyaan ittisaa hojii nagaa kabachiisuu fi shoroorkeessumaa ittisuurratti ammayyeessuu akka barbaaddu himaniiru. Ityoophiyaa fi …

Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi – Ambaasaddar Alamaayyoo Taganuu Read More »

በደቡብ ክልል ስድስት ዞኖች የበረሃ አንበጣ መንጋ መከሰቱ ተገለፀ

በደቡብ ክልል ስድስት ዞኖች የበረሃ አንበጣ መንጋ መከሰቱ ተገለፀ በደቡብ ክልል ስድስት ዞኖች የበረሃ አንበጣ መንጋ መከሰቱን የክልሉ የግብር እና የተፈጥሮ ሀብት ቢሮ አስታወቀ፡፡ የበረሃ አንበጣ መንጋው ከተከሰተበት ጊዜ ጀምሮ ህብረተሀሰቡ የተለያዩ ባህላዊ የመከላከያ ዘዴዎችን በመጠቀም ከፍተኛ ርብርብ እያደረገ እንደሚገኝ እና ይህም አበራታች ውጤት ማሳየቱ ተጠቁሟል፡፡ ህብረተሀሰቡ የአንበጣ መንጋው ሊያደርሰው የሚችለውን ጉዳት ለመከላከል የሚያደርገውን ርብርብ …

በደቡብ ክልል ስድስት ዞኖች የበረሃ አንበጣ መንጋ መከሰቱ ተገለፀ Read More »

Yeeyyii

Dhaamsa Ilmaan Oromoo Oromummaaf Jiraattan Hundaaf – Dhaamsa Qabsoo Oromoo Yeeyyii Irraa Baraaruu

Dhaamsa Ilmaan Oromoo Oromummaaf Jiraattan Hundaaf: @@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@ Uummatni Oromoo waggoota 150 oliif kolonii ilmaan nafxanyaa jalatti kufuun dararaa ammayyaa hedduun dhiibbaa mirga namoomaa hanga duguugunsa sanyiitti keessummeessaa tureera. Qabsoon Oromoo dhiibbaa wareegamtootni Oromoo waraana Mootummaa Itoophiyaa waliin taasisaniin amma tokko siyaasa biyyattiirratti dhiibbaa uumuuf carraa argatullee qabsaa’otni qabsoo Oromoo hoogganan baay’een mooqfamuun qabsoo Oromoo kana …

Dhaamsa Ilmaan Oromoo Oromummaaf Jiraattan Hundaaf – Dhaamsa Qabsoo Oromoo Yeeyyii Irraa Baraaruu Read More »

የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ የመጀመሪያ የሆነውን የዲጂታል ማዕከል ከፈተ

የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ የመጀመሪያ የሆነውን የዲጂታል ማዕከል ከፈተ በሀገራችን ኢትዮጵያ ቴክኖሎጂን መሰረት ያደረጉ የክፍያ ሥርዓቶችን በማስተዋወቅ ቀዳሚ የሆነው የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ በዛሬው እለት በሀገሪቱ የመጀመሪያ የሆነውን የዲጂታል ማዕከል ከፈተ፡፡ ይህ የዲጂታል ማእከል በቀን ከ300 ሺ ሰው በላይ በሚንቀሳቀስበትና ከፍተኛ የደንበኞች ፍሰት ባለበት መገናኛ አካባቢ፣ የባንኩ ህዳሴ ህንፃ ላይ ነው የተከፈተው፡፡ በዲጂታል ማዕከሉ መክፈቻ መርሃ ግብር …

የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ የመጀመሪያ የሆነውን የዲጂታል ማዕከል ከፈተ Read More »

Rakkoo nageenya Oromiyaa keessaa balaaleffachuuf hawaasni Oromoo Waashingitan DCtti hiriira mormii gaggeessan BBC Afaan Oromoo

Rakkoo nageenya Oromiyaa keessaa balaaleffachuuf hawaasni Oromoo Waashingitan DCtti hiriira mormii gaggeessan Rakkoo nageenyaa Lixa Oromiyaa godinaalee Wallagaa fi Kibbaan ammoo Gujii keessatti mul’atu balaaleffachuuf, hawaasni Oromoo Amerikaa, kutaa biyyaa Waashingitan DC fi naannawaa jiraatan dhaabbilee mootummaa Ameerikaa fuulduratti mormii dhageessisan. Godinaaleen Wallaggaa bulchiinsa komaandi postii jalatti buluu erga jalqabanii waggaan tokko darbeera. Dabalataan dhiyeenya …

Rakkoo nageenya Oromiyaa keessaa balaaleffachuuf hawaasni Oromoo Waashingitan DCtti hiriira mormii gaggeessan BBC Afaan Oromoo Read More »